Magaalaa Jiinkaatti roobni cimaan roobuun bu’uuraalee misoomaarratti miidhaa qaqqabsise

Finfinnee, Eebila 18, 2012 (FBC) – Godina Oomoo kibbaa magaalaa Jiinkaatti rooba cimaan roobeen bakka Neerii jedhame waamamutti lagni guutuun loolaan cimaa uumeera.

Sabaaba kanaan magaalichatti kan argamu nooraan ce’umsaa lama loolaan fudhatamaniiru.

Mana jireenya jiraattoota naannichaa dabalatee oomishaa fi belladootarrattis miidhaa qaqqabsiseera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Comments (0)
Add Comment