Magaalaa Humaraatti sakkata’insa hoteela takkatti taasifameen yeroo 2ffaaf baalli sammuu namaa hadoochu kuntaalli 37 argame

Finfinnee, Sadaasa 22, 2013 (FBC) –Magaalaa Humaraatti sakkata’insa hoteela takkatti taasifameen yeroo 2ffaaf baalli sammuu namaa hadoochu kuntaalli 37 argame.

Qajeelchi poolisii magaalaa Humaraa sakkata’insa hoteela takkatti taasifameen yeroo 2ffaaf baalli sammuu namaa hadoochu kuntaalli 37 argamuu ibseera.

Baala sammuu namaa hadoochuun dabalata maqaa nama tokkoon kan galmaa’e kaarta mana 11 fi maqaa nama kanaan cheekii maallaqa olaanaa ittin daddabarfame argameera.

Dabalataan meeshaan miidhaa geesisaan kanneen akka gajaraa fi meeshaan biroon argamu ibseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment