Magaalaa Hawaasaatti naannoo ‘Beetasab Mamiriyaa’ jedhamutti balaa abiddaa mudateen qabeenyarra miidhaan gahe

Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC)- Magaalaa Hawaasaatti naannoo ‘Beetasab Mamiriyaa’ jedhamutti balaa abiddaa mudateen qabeenyarra miidhaan qaqqabeera.
Ajajan poolisii Magaalaa Hawaasaa Komaandar Darasaa Busaaroo ka’umsi balaa kanaa fi qabeenyaan barbadaa’e adeemsa qorannoo irra jiraachuu himaniiru.
Balichi naannoo biraatti akka hin babal’aneef tumsa hawaasa naannichaa, Paarkii Indaastirii Hawaasaatti Ittisa Balaa Abidaa akkasumaas tumsa qaamoolee nageenyaan dhaabbachuu ragaan bulchiinsa magaalaa Hawaasaa irraa argannee ni mul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment