Magaalaa Hawaasaatti mariin ummataa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Naannoo Sidaamaa Magaalaa hawaasaatti mariin ummataa gaggeeffamaa jira.
 
Waltajjii marichaarratii ministiraa ministeeraa Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee, Pireezidaantii Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaa Injiinar Nagaash Wageeshoo, qondaaltota olaanoo federaalaafi naannichaa biroo akkasumas jiraattoonni magaalichaa argamaniiru.
 
Birhaanuu Bagaashaatu gabaase.
 
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment