Magaalaa Hawaasaatti hiriirri balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT gaggeeffame

Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) – Naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaa Istaadiyeemii Idil Addunyaa Hawaasaatti jiraattonni magaalichaa fi naannawaashee  hiriira balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT gaggeessaniiru.

Hiriirichaan ergaawwan, nuti osoo jirruu Ityoophiyaan juuntaan hin diigamtu, juuntaa ni balleessina, biyyi keenya kabaja ishee eegdee ni jiraatti jedhan dabarsaniiru.

Biqilaa Tufaatu gabaase.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment