Finfinnee, Sadaasa 30, 2016 (FBC) – Magaalaa Hawaasaatti deemsi miilaa namoota kuma 5 ol hirmaachise kan kiiloo meetira 3 gaggeeffameera.
Deemsi kun mata duree ‘Maanguddoota nan kabaja, eebba isaanitti ni quufa’, jedhuun gaggeeffameera.
Imala miilaa kanarratti Ispoorteessitoonni bebbekkamoon, Artistoonnii fi keessummoonni waamichi taasiifameef hirmaachuu TOI gabaaseera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.