Magaalaa Harar Magaalaa jiraattotaa fi turistootaaf filatamtuu taate gochuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira – Ordiin Badrii

Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC) – Magaalaa Harar Magaalaa jiraattotaa fi turistootaaf filatamtuu taate gochuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badriin ibsan.

Kunuunsaa fi misooma daandiwwan keessoo hambaa Idil Addunyaa dallaan Jagol sagantaa ebbaa marsaa duraa fi jalqabsiisa marsaa 2ffaa gaggeefameera.

Sagantaa kana irratti Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badrii dallaan Jagool jijjiiramaan booda kunuunsaa eegumsa taasifamefiin hawwatumaa fi miidhagina isaatiin bu’aa guddaa fidaa akka jiru dubbataniru.

Magaalaan Harar akka Addunyaanyaatti beekkamti qabaachuun yeroo 2ffaaf UNESCO ti galmaahun adda kan taasisu waan taheef hojiin hirmaannaa hawaasaa fi qaamolee gara garaatin eegamalee cimee itti fufu qaba jadhen.

Kadiir Shamshadiintu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment