Magaalaa Goondaritti filannoon eegale

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Naannoo Amaaraa magaalaa Goondaritti buufata filannoo Waarkaatti filannoon marsaa 6ffaa biyyaaleessaa jalqabameera.
Buufata kanatti namoonni 659 filachuuf kardii fudhataniru.
Taajjabdoonni mirga namoomaa fi paartiilee argamaniiru.
Daagmaawii Deeksiisaatu gabaase.
Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Yuutyuubiihttps://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/
Twiitara Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment