Magaalaa Galamsootti hiriirri balaaleffannaa garee shororkeessaa ABO Shanee gaggeeffame

Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Hiriirri balaaleeffannaa garee shororkeessaa Shanee Godina Harargee Lixaa magaalaa Galamsootti gaggeefameera.

Shaneen diina Uummata Oromooti ,Maqaa Oromoo qabatee Mana Gumaa dhaqe yoomiyyuu maqaa Oromoo qaba malee nu bakka hin bu’u ,Shaneen gantuudha jedhan hiriirtoonni kunneen.

Aanaalee Godina Harargee Lixaa 15 fi Bulchiinsa magaalootaa lamarraa jiraattoonni walitti babba’an hedduun hiriira balaaleeffannaa kanarratti hirmaataniiru .

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment