Magaalaa Galaanitti sagantaan Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu eegalame

Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Galaanitti sagantaan Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu eegalameera.

Magaalaa galaanitti biqiltuu guyyaa 1 dhaabbatu kuma 108 tu dhaabbata.

Kutaa magaalaa galaanitti har’a waliigalaan biqiltuuwwan kumni 517 ol ni dhaabbatu jedhame.

Hanga ammaatti biqiltuun kumni 390 ol dhaabbachuu eerameera.
Namoonni kumni 14 ol sagantricharratti hirmaachaa jiru jedhame.

Baayiluu Baaneetu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment