Magaalaa Galaanitti filannoon marsaa 6ffaan karaa nagaan gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Magaalaa Galaanitti filannoon marsaa 6ffaan karaa nagaan gaggeeffamaa jiraachuu himameera.
Buufata filannoo 10 irratti jiraattoonni kaardii filannoo fudhatan kumni 13 fi 30 sagalee laachaa ibsameera.
Namoonni Filannoon booda sagantaa dhaabbii biqiltuu gaggeessaa jiru jedhame.
Midhaksa Qachaatu gabaase.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment