Magaalaa Finfinneetti Zayitiin nyaataa seeraa alaa to’annoo jala oole Waldaalee Shamattootaaf raabsamaa jira

Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti torbee darbe Zayitiin nyaataa mana nama dhuunfaatti seeraa ala kuufamuun to’annoo jala oole Jarikaaniin miiliyoonni 2 Waldaalee Shamattootaaf Raabsamaa jiraachuu ibsame.

Zayitiin nyaataa Palmi jedhamu kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftoo naannoo Jomoo Mikaa’eel iddoo addaa Garaazhii Anbassaaa jedhamutti Jarikaaniin miiliyoonni lama mana nama dhuunfaa keessatti kuufamee ture eeruu hawaasaan to’atamuun isaa kan yaadatamuudha.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.

Viidiyoowwanis daawwadhaa.

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment