Magaalaa Finfinneetti lakkoofsi namoota vaayrasii koroona qabamanii 1,778 ga’uu Biiroon Fayyaa magaalichaa beeksise

Finfinnee, Waxabajjii 2, 2012(FBC)- Sadarkaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti lakkoofsi namoota vaayrasii koroona qabamanii 1,778 ga’uu Biiroon Fayyaa magaalichaa beeksise.

 

Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 153  irratti vaayrasiin koroonaa argamu Biirichi beeksiseera.

 

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

Comments (0)
Add Comment