Magaalaa Finfinneetti hookkara uumuuf Juuntaan ABUT kan bobbaase namoonni 242 to’annoo seeraa jala oolan

Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti hookkara uumuuf Juuntaan ABUT kan bobbaase namoonni 242 to’annoo seeraa jala oolan.

Magaalaa Finfinneetti hookkara uumuuf Juuntaan ABUT kan bobbaase namoonni 242 to’annoo seeraa jala ooluu Komishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee beeksise.

Komishinarri Komishinii Poolisii Magaalaa Finfinnee Geetuu Argaw haala yeroo irratti ibsa laataniiru.

Ibsa isaaniin Magaalaa Finfinneetti hookkara uumuuf Juuntaan ABUT kan bobbaase namoonni 242 to’atamaniiru.

Namoota kanarratti boombii, fanjii, laawuncharii fi rasaasni gara garaa aragameera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment