Magaalaa Finfinneetti hiriirri garee shororkeessaa ABUT fi Shanee balaaleffatu guyyaa boruu ni gaggeeffama

Finfinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC Magaalaa Finfinneetti hiriirri garee shororkeessaa ABUT fi Shanee balaaleffatu guyyaa boruu kan gaggeeffamu ta’uu Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee beeksise.

Hiriirichaan gochi badii garee shororkeessaa ABUT fi Shanee kan balaaleffatamuu fi birmadummaa biyyaa kabachiisuuf wareegama lubbuu kaffalaa kan jiran Raayyaa Ittisa Biyyaa fi qamolee nageenyaa biro deeggaruuf hiriirri uummataa kan taasifamu ta’uu ibsameera.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment