Magaalaa Finfinneetti Doolaarri kumni 50 fi Shugguxiin seeraan ala daddabarfamaa ture to’atame

Finfinnee, Adoolessa 28, 2014(FBC)- Magaalaa Finfinneetti Doolaarri kumni 50 fi Shugguxiin seeraan ala daddabarfamaa ture to’atamuu ibsame.

Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftootti Doolaarri kumni 50 fi Shugguxiin 3 seeraan ala daddabarfamaa ture to’atamuu Poolisiin Federaalaa beeksise.

odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment