Magaalaa Finfinneetti dargaggoota raayyaa ittisa biyyaatti makamaniif gaggeessaan taasifamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti dargaggoota raayyaa Ittisa Biyyaatti makamaniif Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti gaggeessaan taasifamaafi jira.

Sagantaa kanarraatti kantiibaan bulchiinsa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee dabalatee hoggantoonni magaalichaa argamaniiru.

Magaalaa Finfinneetti hojiin galmeen dargaggoota raayyaa ittisa biyyaatti makamaniif gaggeeffamaa tureera.
Dargaggoonni lakkoofsaan heddumaataan kutaa magaalootaa hundaarra walitti babba’aan kaampii leenjii waraanaa adda addaatti sirni gaggeessaa taasifamaafi jira.

Qonjiit Zawdeetu gabaase

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment