Finfinnee, Sadaasa 27, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinneetti mata duree “Qonna dhiibbaa guddaa akka uumu dandeessisuu” jedhuun agarsiisni oomishaalee qonnaa Komishinii Diinagdee Afrikaatti banameera.
Agarsiisichi Ministeera Qonnaa, Inistiitiyuutii Ce’umsa Qonnaafi Inistiitiyuutii Qorannoo Qonnaa Ityoophiyaan qophaa’uu ibsameera.
Agarsiisicharratti dhaabbileen garaagaraa damicharratti bobba’an oomishaalee isaanii kan dhiyeessan ta’uu ibsameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.