Magaalaa Finfinneetti agarsiifni Dippiloomaatootaa fi Ambaasaaddaroota biyyoota hedduu walitti fide gaggeeffame

Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti agarsiifni Dippiloomaatootaa fi Ambaasaaddaroota biyyoota hedduu teessoo isaanii Finfinnee taasiisan hirmaachise walta’iinsa Imbaasii Baangilaadeeshii fi ogeeyyii aartii biyya keessan qophaa’e gaggeeffameera.

Hojiin aartii ogeeyyii aartii biyya keessan hojjetaman aadaa fi seenaa Ityoophiyaa fi Baangilaadeesh muul’isan garaagaraa dhiyaataniiru.

Dippiloomaatoonni fi Ambaasaaddaroonni biyyoota Iraan, Saa’uud Arabiyaa,Luukzambarg Noorweey, Fiinlaand, Kooriyaa Kaabaa, Baangilaadeesh, Raashiyaa, Awustiraaliyaa, Veenzuweelaa fi Rippaablika Cheek agarsiisicharratti hirmaataniiru.

Wandasan Araggaanyitu gabaase.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment