Magaalaa Dirree Dawaatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 10tti tilmaamaman to’ataman

Finfinnee, Bitootessa 30, 2014 (FBC) – Magaalaa Dirree Dawaatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 10tti tilmaamaman to’ataman ibsame.

Magaalichatti meeshaaleen kontiroobaandii garaagaraa dhoksaan gara magaalichaa galan to’atamuu hojii gaggeessaan damee Komishinii Gumruukaa magaalaa Dirree Dawaa obbo Dammallaash Tashoomaa ibsaniiru.

Meeshaaleen kontiroobaandii to’ataman kunneen qorichoota garaagaraa, uffataalee, meeshaalee elektrooniksii fi meeshaalee jijjiirraa konkolaataa ta’uu ragaan Biiroo Kominikeeshinii magaalichaarraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment