Magaalaa Dirree Dawaatti hiriirri balaaleffannaa ABUT fi deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeeffame

Finfinnee, Onkoleessa 26, 2014 (FBC) -Jiraattoonni Magaalaa Dirree Dawaa hiriira  deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi balaaleffanaa garee shororkeessaa ABUT gaggeessan.

Hirmaattonni hiriirichaa dhaadannoowwan garaa garaa dhageessisaniiru jedhame.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment