Magaalaa Daseetti dhaabbileen giddugala gabaa Sayid Yaasin keessatti argaman 113 garee shororkeessaa ABUTiin saamaman

Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC)- Magaalaa Daseetti dhaabbileen giddugala gabaa Sayid Yaasin keessatti argaman 113 garee shororkeessaa ABUTiin saamamuu ibsame.

Gareen shororkeessaa kun qabeenya uummataa saameen alatti warren hafan barbadeessuu ibsameera.

Magaalichatti Baankiiwwan, dhaabbilee Inshuraansii, kaafteeriyaawwan,  suuqiiwwan, dhaabbilee barnootaa fi fayyaa garichaan barbadaa’uu ibsameera.

Layikuun Alamtu gabaase.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment