Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaa Magaalaa Dambii Doollootti proojektiin bishaan dhugaatii guyyaa har’a eebbifameera.
Sirna eebbichaarratti hogganaan Biiroo Misooma Qabeenya, Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa Dooktar Injinar Habtaamuu Ittafaa fi hoggantoonni hojii motummaa fi hawaasni godinichaa argamaniiru.
Proojektichi baasii Birrii miiliyoona dhibba kan 5 ijaarramee ta’uu ragaan waajjira dhimmoota kominikeeshinii mootummaa godina Qellem Wallaggaarra argame ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.