Magaalaa Dambi Doollootti mariin nageenyaa hawaasa hirmaachise gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Godina Qelleem Wallaggaa Magaalaa Dambi Doollootti mariin nageenyaa hawaasaa hirmaachise gaggeeffamaa jira.

Rakkoo biyyichaa jan turan seenessoota qeenxeetti bakbala cufuun, walitti bu’insaa yarsuuf seenessa waloofi biyyaalessaan mo’uuf, hirmaannaan uummataa fala waan ta’eef, mariin hawaasaa itti fufinsaan gaggeeffamaa jira.

Bakka buutoonni kutaalee hawaasaa garagaraa akkasumas hoggantoonni olaanaa mootummaa federaalaa, Naannolee biroo fi Naannoo Oromiyaa bakka argamanitti, Magaalaa Dambi Doollootti guyyaa har’aa mariin hawaasaa mata duree “Obbolummaa Sabdaneessa Mirkaneessaa Nageenya Waaressina” jedhuun geggeeffamaa jira.

Dinqaa Baacaatu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment