Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC) – Magaalaa Dabrasiinaatti tajaajiloonni sababa rakkoo nageenyaa addaan citanii turan deebi’uu ibsameera.
Weerara garee shororkeessaa ABUTiin magaalichatti qabeenyi barbadaa’uu, tajaajiloonni akka humna elektirikaa, geejjibaa fi kanneen biroo addaan cite turuu ibsameera.
Qindoomina Raayyaa Ittisa Biyyaa fi qaamolee nageenyaa biroon magaalichi bilisa erga ba’ee booda uummanni jireenya idileetti deebi’uu ibsameera.
Tajaajiloonni geejjibaa fi daldalaa kennamaa jirachuu fi tajaajila humna elektirikaa hojiitti deebisuuf hojiin suphaa hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Maddi:- TOI
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa
argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.