Magaalaa Bureetti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 9 olii darbe

Finfinnee, Hagayya 10, 2013(FBC)- Naannoo Amaaraa magaalaa Bureetti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 9 olii darbeera.

Balichii magaalaa Buree ganda 03tti qaqqabuu ragaan waajjira Kominikeeshinii magaalichaarra argamee ni muul’dhisa.

Balaa qaqqabeenis lubbuun namoota 9 olii darbuu ibsameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment