Magaalaa Bishooftuutti Hiriirri deeggarsaa Injifannoo Bitootessa 24 gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaala Bishooftuutti Hiriirri deeggarsaa Injifannoo Bitootessa 24 mata duree ”Nageenya keenya ni eegganna, jijjiirama ni waaressina” jedhuun gaggeeffameera.
Jiraannoonni magaalaa Bishooftuu fi Mojoo Injifannoo fi Nageenya keenya ni tiksanna; waloon taanee badhaadhina Itiyoophiyaa ni milkeessina! Dhadannoowwan jedhuun hiriira deeggarsa kana gaggeessaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna
.
Comments (0)
Add Comment