Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Magaalaa Bishaan Gurraachaatti piroojeektoonni garaagaraa Birrii miiliyoona 59’n hojjetaman eebbifamaniiru.
Manneen barnootaa sammuun namaa itti qaramuufi piroojektoota hawaasni diinagdee itti horatuu fi fayyaa guutuu itti argatu hojjechaa eebbisiisuun kan itti fufu ta’uu Hoogganaan Biiroo qonnaa Oromiyaa Obbo Abarraa Worquu wayita piroojektoota kanneen eebbisiisan ibsaniiru.
Jibriil Huseentu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.