Finfinnee, Eebila 19, 2014 (FBC) – Magaalaa Baahir Daariitti sagantaan Afxiraa guddaan daandiirraa gaggeeffameera.
Sagantaan kun hawaasa musiliimaa magaalichaa fi naannawichaatti argamaniif kan gaggeeffame.
Saganticharrattis bakka buutonni abbootii amantaa kiristiyaanaa fi kanneen biroon argamuu AMK gabaaseera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.