Magaalaa Aggaarootti boba’aan seeraan ala gurguramaa ture to’atame

Finfinnee, Mudde 4, 2014 (FBC)- Godina Jimmaa Magaalaa Aggaarootti boba’aan seeraan ala gurguramaa ture to’atamu Waajjiri Daldalaa Bulchiinsa Magaalicha ibseera.

Guyyaa kaleessa magaalichatti boba’aan barmeelli 7 fi jarikaana 21 eeruu uumataatin to’atamuu ragaan waajjira kominikeeshinii magaalaa Aggaaroorra argamee ni muul’dhisa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment