Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Godina Gujii Bulchiinsa Magaalaa Adoolaa Woyyuutti sagantaan Afxiraa daandiirraa gaggeeffameera.
Sagantaa kanarratti hawaasni musiliimaa hedduun hirmaataniiru.
Akka gabaasa OBNtti hirmaattoonni sagantichaa Afxiraa daandiirraa jaalalaa fi tokkummaan keenya akka cimuuf bu’aa guddaa qaba jedhaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.