Magaalaa Adaamaatti hiriirri deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gaggeeffame

Finfinnee, Gurraandhala 15, 2012 (FBC) -Magaalaa Adaamaatti hiriirri deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gaggeeffame.

Hiriirichaan hirmaattonni jijjiirrama hoggansa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi jaallan isaanitiin galmaa’aa jiru ni deeggarra jedhaniiru.

Comments (0)
Add Comment