Magaalaa Adaamaatti Hiriirri deeggarsaa Injifannoo Bitootessa 24 gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Godina Shawaa Bahaa fi Magaala Adaamaatti Hiriirri deeggarsaa Injifannoo Bitootessa 24 mata duree ”Nageenya keenya ni eegganna, jijjiirama ni waaressina” jedhuun gaggeeffameera.
Hiriirri kun’Injifannoo Arganne Tikfachaa Kan Hafeef Waloon Hojjenna! Bitootessi 24 guyyaa itti Waadaa keenya haaromsinu mootummaa keenya cinaa jiraachuu keenya itti mul’isnu’ jechuun gaggeeffameera.
Comments (0)
Add Comment