Magaalaa Adaamaatti harka qalleeyyii 257f manni jireenyaa laatame

Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa ayyaana bara haaraa sababeeffachuun harka qalleeyyii 257f manneen jireenyaa fi kennaa ayyaanaa laateera.
Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Adaamaaa Obbo Hayiluu Jaldee bara darbe qormaatilee hedduu keessa taanee hojiilee misoomaa, nageenyaa fi fayyadamummaa ummata bal’aa mirkaneessan baajata mootummaa fi tajaajila lammummaatiin hojjennee milkoofneerra jedhan.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment