Magaalaa Adaamaa dabalatee Aanaalee naannawaa isheetti filannoon eegalame

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Magaalaa Adaamaa dabalatee Aanaalee naannawaa isheetti filannoon eegalameera.
Magaalaa Adaamaatti buufanni filannoo 3 fi buufataaleen filannoo 175 jiranirratti filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan eegaleera.
Jiraattoonni yeroo ammaa bakka tajaabdoonni argamanitti filannoo gaggeefamuuf hiriiraan filaachaa jiru jedhame.
Midhaksa Qachaatu gabaase.
Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Yuutyuubiihttps://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/
Twiitara Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment