Magaala Hoolataatti Boba’aan karaa seeraan alaa dabarfamuuf ture barmeelli 182 to’atame

Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) – Magaala Hoolataatti Boba’aan karaa seeraan alaa bufaata Boba’aara warabbamee dabarfamuuf ture barmeelli 182 to’atamuu Waajjirri Poolisii magaalichaa beeksiise.
Magaalichatti sababa ibsan ciccituu fi wantoota adda dawoo taasiifachuun boba’aan hin jiru jechuun rakkoon uumamamaa jiraachuu Itti gaafatamaan Waajjira Poolisii magaalichaa Komaandar Getaachoo Kumsaan FBCtti himaniiru.
Qaamolee gocha kana keessa harka qabanii fi miliqan seeraatti dhiheessuuf kan hojjetanta’uu komaandar Geetachoon himaniiru.
Ifa Dalasaatu gabaase.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment