Maayik Poompeeyoon haleellaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Ityoophiyaarratti raawwatame balaaleeffatan

Finfinnee, Onkokoleessa 26,2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompeeyoon haleellaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Ityoophiyaarratti raawwatame balaaleeffatan.
 
Naannichaatti nageenyi waaraan akka bu’u waamicha dhiyeessaniiru.
 
ABUT Raayyaa Ittisa Biyyaa Iizii Kaabaa naannoo Tigraay keessatti argamurratti haleellaa raawwachuun isaa kan yaadatamuudha.
 
Mootummaan Federaalaa raayyaa ittisa biyyaa fi humna addaa naannoo Amaaraa waliin qindaa’uun haleellicha erga qolatee booda tarkaanfiitti ce’uu isaa kaleessa beeksisee ture.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
 
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.
Comments (0)
Add Comment