Maallaqoonni biyyoota alaa seeraan ala daddabarfamaa turan to’annaa jala oolan

Finfinnee, Caamsaa 26, 2013 (FBC)- Maallaqoonni biyyoota alaa seeraan ala daddabarfamaa turan to’annaa jala oolaniiru.
Doolaarri Ameerikaa kumni 209, Yuuroon kumni dhibbi 1 fi kumni 56 olii fi Paawundii maallaqoota to’annaa jala ooluu Komishinii Poolisii magaalaa Finfinnee beeksiseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment