Luusiin Itiyoophiyaan bakka argama dhala namaa ta’uu kan mirkaneessiteedhan – Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC) – Guyyaan hambaan Luusii itti argame waggaa 50ffaan kabajamaa jira.

Argamni Luusii gaaffilee hedduu kan deebisee fi gaaffileen hedduun ammoo akka ka’an kan taasiise yoo ta’u, qorannoo hedduuf ka’umsa ta’uu itti fufeersa jedhan Dooktar Abiy kabaja guyyaa Luusiin itti argamte waggaa 50ffaarratti argamuun haasawa taasiisaniin.

Argamuun Dinqinash hawaasni saayinsii, waa’ee dachee addunyaa fi haala lubbuu qabeeyyii akka beekaniif ka’umsa ta’uu kaasaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment