Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC) – Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii Tawahiidootti kutaa lallabaa Shawaa Kaabaa Waggoota 30 oliif hogganaa kan turan Liiqa Phaaphaas Abunee Eefireem boqotaniiru.
Dhibee tasaa isaan muudateen yaallamaa turuun guyyaa addunyaa kanarraa lubbuun durbuu isaanii ibsameera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.