Liigiin Dargaggootaa sosochii bittaa boondii Birrii miiliyoona 500 eegale

Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Liigiin dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa ijaarsa Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaatiif sosochii bittaa boondii birrii miliyoona 500 Magaalaa Dirree Dhawaatti eegalchiise.

Itti Gaafatamaa Qorannoof Qo’annoo Paartii Badhaadhina Damee Dirree Dhawaa Obbo Gazaanyi Taadiyoos, duulli bittaa boondii eegalame ashaaraa Ityoophiyaa kan ta’ee Hidhaa Haaromsaa dargaggotaaf birattii bakkaa olaanaa qaba jadhan

Itti Aantuun Pireezidaantii Liigii Dargaggoo Paartii Badhaadhinaa Oobaangi Kumadaa Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaa xumursiisuuf gaheen miseensota liigiichaa olaanaadha jedhaniiru.

Sosochiin kunaaniis hidhicha xumursiisuf kan kaayyefate ta’uu dubbatan.

Miseensonni Liigii Dargggootaa paartii Badhaadhinaa miliyoona 3.5 ol akka tahee himuuniiru.

Kadiir Shamshadiintu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment