Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Shaggar Magaalaa Baatuu injifate

Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 6ffaan Kilabiin Magaalaa Shaggar 2-0 Kilaba Magaalaa Baatuu injifateera.

Tapha biroo har’a waaree dura taphatameen ammoo Kilabiin Magaalaa Naqamtee Buna Beenchii Maajiin goolii 2 fi 1n injifatameera.

Nageellee Arsiin boruu Sa’aa 3:00 irraa eegalee taphni Kutaa Magaalaa Addis Katamaa Waliin taasisu ni eegama.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment