Liigii Olaanaa Oromiyaa torbee 4ffaan Mattuun Ammayyaa waliin, Jaardegaa Jaarteen Geedoo waliin qixa xumuran

Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanaa Oromiyaa torbee 4ffaa har’a taphatameen Mattuun Ammayyaa waliin, Jaardegaa Jaarteen Geedoo waliin qixa xumuraniiru.

Magaalaan Mattuu Ammayyaa waliin galchii 3 qixa ba’uun qabxii yoo qoodatan, taphni Jaaardegaa Jaartee Geedoo gidduutti taphatameens galchii 2 qixaan xumurameera.

Tapha biroon Yuunivarsiin Dambi Doolloo Aggaaroo waliin galchii 2 qixaniin xumuruun qabxii qoodataniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Comments (0)
Add Comment