Leenjisaa Masaay Tafariin taphattoota 23’f waamicha taasiisan

Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) – Leenjisaan Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Masaay Tafariin Gulaallii Waancaa Biyyoota Afrikaa Onkoloolessa 21 fi 24, 2017 Itiyoophiyaan Ertiraa waliin taphattuuf taphattoota 23’f waamicha taasisaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment