Leenjiin marsaa 4ffaa Hoggantoota Mootummaaf kennama ture xumurame

Finfinnee, Sadaasa 26, 2016 (FBC)-Leenjiin marsaa 4ffaa Hoggantoota Mootummaaf kennamaa ture xumurameera.

Leenjichi mata duree “Idaarraa gara Miindaatti” jedhuun sadarkaa biyyaleessaatti giddugaloota garaagaraatti kennama turuun ni yaadatama.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment