Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Marsaawwan garaagaraan mata duree “Idaarraa gara miindaatti” jedhuun leenjiin hoggansa mootummaa fi qaamolee nageenyaaf kennamaa ture akka milkaa’uuf qaamolee gumaachaniif beekkamtiin kenname.
Saganticharratti Pireezidaantii Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah dabalatee qondaaltonni biroon argamaniiru.
Dabalataan hoggantoonni olaanoo mootummaa federaalaa, naannolee fi bulchiinsa magaalotaa akkasumaas haayyoonnii fi keessummoonni biroon argamaniiru.
Maraa’ol Kadiirtu gabaase.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.