Leenjiin dandeettii raawwachisummaa cimsuu miseensota Paartii Badhaadhinaa eegalame

Finfinnee, Mudde 12, 2016 (FBC) –Leenjiin dandeettii raawwachisummaa cimsuu miseensota Paartii Badhaadhinaaf giddugaloota garaagaraatti kennamuu eegalame.

Leenjiichi mata duree ‘’Idaarraa gara Mindaatti’’
jedhuun miseensota Paartii Badhaadhinaa fi caasaalee sadarkaa sadarkaan jiraniif kennamaa jira.

Leenjiichi Miseensi fi caasaan sadarkaan jiru tokkummaa sabdaneessummaa dhugoomsuuf qormaatilee imala badhaadhinaa maqsuu fi fayyadamummaa uummataa mirkaneessuuf qophaa’ummaa cimaa akka qabataaniif , darbees Itiyoophiyaa Idaarraa gara Miindaatti ceesisuuf gahee adda durummaa akka bahatanuuf ta’uu ragaan Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment