Finfinnee, Hagayya 9,2014 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 4 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsameera.
Lammiilee kanneen keessaa 991 dhiirota yoo ta’an 13 guddattoota ta’uu eerameera.
Lammiilee deebi’aniif deeggarsiifi kunuunsi barbaachisaan erga taasifameefiin booda gara giddugala tursiisaa qophaa’eef akka deeman taasifamuu ibsameera.
Hojii lammiilee gara biyyaa deebisuu hanga ammaatti taasifameen lammiilen kumni 65 fi 536 deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.