Lammiileen kumni 1fi 200 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an

Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa  rakkoo keessa turan kumni 1fi 200 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’uu ibsame.

Lammiilee kanneen keessaa kumni 1 fi 9  dhiiroota yoo ta’an 11 immoo ijoollee ta’uu eerameera.

Baatii Sadaasaa 12, 2015 irraa eegalee hojii lammiilee gara biyyaatti deebisuuf hojjetameen hanga ammaatti lammiileen kumni 8 fi 988 deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment