Lammiileen kumni 1 fi 59 Sa’udiirraa deebi’an

Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa marsaa sadiin hojii lammiilee gara biyyatti deebisuu gaggeeffameen lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 59 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.

Kanneen deebi’an keessaa 63 daa’imman, 196 dubartootaa fi 800 ammoo dhiirota ta’uun eerameera.

Deebitootaaf deeggarsaa fi kunuunsa barbaachisu taasisuun buufata qophaa’eef qubsiifamaniiru.

Hanga ammaatti hojii lammiilee gara biyyatti deebisuu gaggeeffameen lammiilee kuma 46 fi 384 gara biyyaatti deebi’aniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment